Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba'uun ibsan

78

Finfinnee, Adooleessa 17/2013 (TOI) – Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba'uun ibsaniiru.

Jiraattoonni kunneenni shira garee ABUTtiin Itoophiyaan hin diiggamtu, gochaa seeraan alaa garichaa hawaasni idil addunyaa balaaleeffachuu qaba, qocholaa garichaa tokkummaan qolachuu qabna sagalee jedhu dhageessiisaniiru.

Qabeenya keenya kan ta'e deeggarsa Hidhaa Haaromsaaf taasiifnu cimsinee itti fufna jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015