Siwiidiin deeggarsa Akkaadaamii Saayinsii Itoophiyaaf taasistuu akka cimsitu himame.

67

Finfinnee,Adoolessa 01/2013(TOI) - Siwiidiin walitti dhufeenya biyyoota lameenii ture foyyeessun deeggarsa Akkaadaamii Saayinsii Itoophiyaaf taasistuu akka tumsitu himameera.

Itoophiyaatti Ambaasaddarri Siwiidiin Haansi Heenarik Laandikwiist Akkaadaamii Saayinsii Itoophiyaatti turti taasisaniin Siwiidiin walitti dhufeenya cimaa akkaadaamichaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhaniiru.

Mariiwwaan Imbaasii Swiidiinifi Akkaadaamii Saayinsii Itophiyaa gidduu jiru guddisuun qorannoowwan irratti walitti dhufeenyi jiru akka cimu Ambaasaddarichi himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015