Itoophiyaanoonni kumni 2 fi 521 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

76

Finfinnee, Waxabajjii 28/2013 (TOI)- Lammiileen Itoophiyaa kumni 2 fi 521 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiilee Itoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.

Bu’uuruma kanaan kaleessaa lammiilee kumni 2 fi 521 gara biyaasaaniitti akka deebi’aan taasifamuu ragaan Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015