Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad piroojektii ijaarsa daandii naannoo Addabaabaayii Puushkiinii hanga Gootaraa jiru daawwatan.

55

Finfinnee,Waxabajjii 14/2013(TOI)- Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad piroojektii ijaarsa daandii naannoo Addabaabaayii Puushkiinii hanga Gootaraa jiru daawwatan.

Piroojektiin daandii Kun dheerina kiiloo meetira 3.8fi bal’ina meetira 30 hanga 45 qabas jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015