Obbo Shimallis Abdiisaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee isaanii laatan

53

Finfinnee, Waxabajjii 14/2013 (TOI) – Pireezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Magaalaa Ginciitti argamuun sagalee kennaniiru.

Buufata filannoo dandiitti sagalee isaanii laataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015