Magaalaa Ambootti Filattoonni sagalee isaanii kennaa jiru.

58

Finfinnee, Waxabajjii 14/ 2013 (TOI) - Magaalaa Ambootti Filattoonni sagalee isaanii kennaa jiru.

Haalli sagalee laachuu kunis ganama saa'attii 12 irraa akka eegalee Rippoortarri Tajaajila Oduu Itoophiyaa magaalaa Ambootti argamuun ilaalu danda'eera.

Buufata Rippoortarri Tajaajila Oduu Itoophiyaa magaalaa Amboo keessatti ilaalee 4 keessatti sirni sagalee keennuu haala tasgabii qabun kenama jira.

Naannoo fillannoo Amboo 1 keessaatti buufataalee filannoo 94 tu argama.Buufataalee kanneen keessattis namootni kumni 69 fi 696 sagalee isaanii ni keenuu jedhamee egama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015