Magaalaa Finfinnee dabalatee sadarkaa biyyaatti bakka adda addaatti filannoon marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira

55

Finfinnee, Waxabajjii 14/ 2013 (TOI) – Magaalaa Magaalaa Finfinnee dabalatee sadarkaa biyyatti bakka adda addaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jira.

Bakkeewwaan filannoon itti geggeeffama jiru kanatti raawwachiiftonni Filannoofi dhimmi nageenyaa adeemsa sagalee kennuu kan qindomiinaan hojjechaa jiru

Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa Kanaan sadarkaa biyyaatti lammileen miiliyoo 37.4 filachuuf kaardii kan fudhatan yoo ta’u kaadhimamtoonni kuma 9 fi 505 immoo mana maree bakka bu’oota ummataa fi Caffee naannoof dorgommiif dhihaataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015