Ugaandaatti gurgurtaa boondii hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaaf doolarri kuma 21 galii ta'eera. - ENA Afaan Oromoo
Ugaandaatti gurgurtaa boondii hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaaf doolarri kuma 21 galii ta'eera.
45
Finfinnee,9/2013(TOI)- Ugaandaatti gurgurtaa boondii hidha haaromsaa guddicha Itoophiyaaf taasifameen doolarri kuma 21 fi 420 waliitti qabameera.
Imbaasiin Itoophiyaa Ugaandaatti argamu karaa weebinaraa mana maree galii waliitti qabduu hidha haaromsaa Itoophiyaa waliin gutiinsa bishaanii hidhichaa marsaa lammataa irratti mari'ataniiru.
Ijaarsa hidha haaromsaa guddichaa deeggaruuf gurgurtaa boondii geggeeffameen doolara kuma 21 fi 420 walitti qabuun akka danda'eeme ragaan Ministeera dhimma alaa irraa argamee ni mul'isa.