Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad duula na filadhaa Paartii badhaadhinaa kan xummuraa irratti hirmaachuuf magaalaa Jimmaa galan

77

Finfinnee, Waxabajjii 09/2013 (TOI) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa kan xummuraa irratti hirmaachuuf magaalaa Jimmaa galan

Ministirri Muummee Dr.Abiy Giiftii Duree Aadde Zinnaash Taayyaachoo,Af-yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo, Ministira Muummee Ittaanaa fi Ministira Dhimma Alaa obbo Daammaqaa Mokonnin fi Ministeerota kan biroo waliin ta’uun Magaalaa Jimmaa ganama kana galan.

Ministirri Muummee FDRI Dr. Abiyyi Ahimad Magaalaa Jimmaatti Pirojeektii qarqara Laga Aweetuutti ijaarame Ministira Muummee Ittiaanaafi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin waliin eebbisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015