Itiyoo-teeleekoom kibba lixa Itoophiyaatti tajaajila 4G Lte jalqabsiise.

66

Finfinnee, Waxabajjii 8/2913(TOI)- Itiyoo-teeleekoom kibba lixa Itoophiyaatti tajaajila 4G Lte jalqabsiise.

Hooggantuu ol aantuu Itiyoo-Teeleekom addee Firewot Taammiruu akka jedhanitti tekinolojiin kun 3G irraa dachaa 14n saffisa isaa olaanaatti guddisa jedhan.

Haaluma kanaan magaalotni kibba lixa Oromiyaa Jimmaa, Aggaaroo, Beddellee, Mattuu,fi kan naannoo Kibbaa Maashaa, Koyishaa, Teeppii, Miizanfi Boongaan fayyadamoo ta'aniiruus jedhan.

Babal'inni 4G hojii daldalaa, Siyaasaa, Barnootaafi dhimmoota Interneetii waliin walqabatan hojii isaanii saffisiisaaf ni gargaraa jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015