Pirezdaantiin Keeniyaa daawwanna hojii guyyaa tokkoof Itoophiyaatti taasisaa tura xummuruun gara biyya isaanitti deebi'an.

53

Finfinnee,Waxabajjii1/2013(TOI)- Pirezdaantiin Keeniyaa daawwanna hojii guyyaa tokkoof Itoophiyaatti taasisaa tura xummuruun gara biyya isaanitti deebi'an.

Ministirs muummee FDRI dooktar Abiy Ahmed dabalatee hoggantoonni mootummaa buufata xiyyaara Idil addunyaatti argaamun geggeessaniru.

Itoophiyaatti dhiheenya caarrata mo'achuun damee telekoomi irratti hojjechuuf kan jiru Goloobal allanis foor Itoophiyaa kubbaniyaa jedhamu hojii jalqabisiisuuf waliigaltee qopha'ee irratti hirmaataniru.

Dabalatanis dhimma waloo biyyoota lamaanii irratti dooktar Abiy Ahimad waliin mari'ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015