Ministirri dhimma alaa Keeniyaa Finfinnee galan

53

Finfinnee, Caamsaa 30/2013(TOI) - Ministirri dhimma alaa Keeniyaa Rihichaal Omamoo daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Yeroo isaan buufata xayyaara Idil addunyaa Boolee gahan deetaan ministeera dhimma alaa ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo simannaa taasisuuf ministeerri dhimma alaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015