“ Itoophiyaa dadhabsiisuuf tokkummaa ishee diiguuf qocolloo fi dhiibbaa keessaas ta'ee alaan irra gahuu gamtaan qolachuu qabna'' - Ambaasadar Taayyee Atsiqasilaasee - ENA Afaan Oromoo
“ Itoophiyaa dadhabsiisuuf tokkummaa ishee diiguuf qocolloo fi dhiibbaa keessaas ta'ee alaan irra gahuu gamtaan qolachuu qabna'' - Ambaasadar Taayyee Atsiqasilaasee
Finfinnee, Caamsaa 16/2013 (TOI)- Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti ergamaan dhaabbii FDRI Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaasee “ Itoophiyaa dadhabsiisuuf tokkummaa ishee diiguuf qocolloo fi dhiibbaa keessaas ta'ee alaan irra gahuu gamtaan qolachuu qabna'' jedhan.
Amabaasaaddarichii Ameerikaa Niwuyoorik,fi Isteetoota birootti kan argamaan lammileen Itoophiyaafi dhalootaan Itoophiyaa ta'aan waliin haala waqtawwaa yeroo Itoophiyaa irraatti webineerin maryataniru.
Maricha kan qopheesse dhaabbata mootummoota gamtoommanitti Waajjira dhaabbiiti jedhamera.
Kayyoon marii kana immoo haala waqtaawwa Itoophiyaafi dhiibba jidduu seentummaa hin barbaachifnee kan Biyyoonni lixaa Itoophiyaa irratti gochuuf yaalaan irraatti mari'achuudha jedhamera.
Maricha irratti haalaa guutinsaa hidha haaroomsaa guddichaa Itoophiyaa marsaa 2ffaa fi waa'ee filannoo biyyaleessa marsaa 6ffaa irrattis ibsi kennaamera.