Aarbaa Mincitti piroojektoonni misoomaa birrii miiliyoona 100 oliin ijaraman eebbifaman.

64

Finfinnee, Caamsaa 6/2013 (TOI) – Magaalaa Aarbaa Mincitti piroojetonni bu’uuraalee misoomaa garaagaraa birrii Miiliyoona 100 oliin ijaramaan eebbifamaniiru.

Ebbaa Piroojetoota kana irrattis Afaya'iin mana maree bakka bu'oota Ummaataa Taaggasaa Caafoo argamaniru.

Magaalaa Aarbaa Mincitti piroojetoota eebbifaman keessatti Hospitaala sadarkaa jalqabaa fi jiduugallli olmaa dargaggoo , mana yaalaa beelladaa fi bakkeewwan araa galiifi magaalichaaf barbaachisuu keessatti argama jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015