Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Eekkatti lammiilee deeggarsa barbaadaniif manneen jireenya dabarsan

57

Finfinnee, Eebila 29/2013 (TOI)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Eekkatti lammiilee deeggarsa barbaadaan 117f manneen jireenyaa ganda dabarsaniiru.

Dargaggootaa fi dubartootaaf carraa hojii uumuuf manneen daldalaa 26 fayyadamtootaaf dabarsaniiru.

Kutaa magaalichaatti manneen jireenyaa lammiilee 117f darbe maatiiwwan 468 fayyadamoo taasiseera.

Manneen daldalaa ammoo maatiiwwan 130 fayyadamoo taasisaa jedhameera.

Torbe dhuufu kan kabajamuu ayyaanni Idaal Faaxiir sababeeffachuun hordooftoota amantaa musilimaa 120f hoolaa fi meeshaalee nyaata adda addaa aadde Adaanach Abeebeen laataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015