Dooktar Muluu Naggaan Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudaman

99

Finfinnee, Eebila 28/2013 (TOI) – Dooktar Muluu Naggaan Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudamaniiru.

Hojii Raawwachiisaa olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun tajaajilaa kan turan Dooktar Muluu Naggaan Eebila 28,2013 irraa eegalee Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudamuu isaanii Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015