Manni Marichaa ABUT fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate raggaasise

70

Finfinnee, Eebila 28/2013 (TOI) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Adda Bilisa Uummata Tigraay (ABUT) fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate sagalee guutuun raggaasiseera.

Manni Maree Ministeeroota ABUT fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyeesserratti manni marichaa yaa’ii idilee erga gaggeessee booda murticha dabarseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015