Dooktar Abrahaam Balaay hojii gaggeessaa olaanaa bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay ta’uun mudaman

81

Finfinnee, Eebila 27, 2013 (TOI) - Dooktar Abrahaam Balaay hojii gaggeessaa olaanaa bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay ta’uun mudaman.

Doktora Abrahaam bakka adda addaa tajaajila kan turaniifi kan jiran yoo ta'u yeroo ammaa ministira innoveshinii fi teekinoloojiin ta'anii tajaajiluutti jiru.

Doktora Abrhaam dabalataan miseensa fi walitti qabaa bordii dhabbilee mootummaa adda addaa ta'un tajaajila jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015