Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi bilbila dhimmoota nageenyaaf sodaachisoo ta’aan ittiin eeruun laatamuu ifoome

49

Finfinnee, Eebila 18/2013 (TOI)-Komishinii Poolisii Federaalaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi bilbilaa dhimmoota nageenyaaf sodaachisoo ta’aan poolisiidhaaf kan ittiin eeruun kennamuu ifoomseera.

-Kutaa magaalaa Lidataa-0118578492

-Kutaa magaalaa Qirqoos-0118578501

-Kutaa magaalaa Addis Katamaa- 0118578499-

-Kutaa magaalaa Boolee - 0118578509

- Kutaa magaalaa Yakkaa - 0118578491

- Kutaa magaalaa Qaallitti- 0118578507

- Kutaa magaalaa Laaftoo- 0118578503

- Kutaa magaalaa Gulallee - 0118578505

- Kutaa magaalaa Araadaa - 0118578511

- Kutaa magaalaa Kolfee -0118578508

Sadarkaa biyyoolessaatti lakkoofsa bilbila sa’aatii 24tti odeeffannoo keessummeeffamu immoo:-- 0115526302 - 816, 987 - 0115526303 - 0115524077 - 0115543678 - 0115543681 jedhameera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015