Korri sosochii indaastirii konistiraakshinii fi yaa'in mana maree kan waggaa Ebla 15 fi16 geggeeffama

61

Finfinnee, Ebla 13/2013(TOI)- Korri sosochii indaastirii konistiraakshinii fi yaa'in mana maree kan waggaa Ebla 15 fi16 Magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu himame.

Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammad kana ilaalchisun miidiyaaleef ibsa laataniru

kaayyoon korichaa misooma indaastirii cimsuufi teekinojiwwaan haaraa kan itti beefsifamu tahuu himaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015