Badhaasaafi beekamtiin ogeeyyii aartiif kenname

57

. Finfinnee, Bitootessa 30/2013(TOI)- Sadarkaa biyyaatti ogeeyyii aartii beekamtii qabani Sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu Paarkii Inxooxxotti bakka Ministirri Muummee dookta Abiyyi Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.

Sagntaan kun dhaadannoo ''Itoophiyaa waan tajaajiltaniif Itoophiyaan sin galateeffatti'' jedhuun geggeeffamaa jira.

Sagantaa kana irratti ministira muummee dooktar Abiy Ahmad dabalatee hoggantoonni mootummaa, ogeeyyiin aartii gosa gargaraa argamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015