Waggaa 3ffaa hooggansatti dhufuu ministira muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad waggaan sadaffaan marii paanaalitiin kabajame

88

Finfinnee,Bitootessa 24/2013(TOI)-Waggaa 3ffaa hooggansatti dhufuu ministira muummee FDRI Dr.Abiyyii Ahimad sababeeffachuun guyyaa har'aa bakka hooggantoonni olaanoon federaalaa,naannolee,abbootiin amantaa,jaarsoliin biyyaa,abbootin Gadaa,artistoonni,atileetonnii fi keessummoonni kabajaa gara garaa argamanitti marii paanaalitiin Finfinnee Hoteela Sharaatanitti kabajameera.

Sagantaan injifannoo waggaa sadaffaa kanaratti hirmaattonni sagantichaa gootota jijjiiramani har'aa akka argamuuf wareegamaniif yaadannoo sammuu taasisaniiru jechuun Biiroon dhimmoota kominikeeshinii Oromiyaa gabaasera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015