Firiin qoramaata Kutaa 12ffaa har'a yookan bor ifa ta'a- Minstirra barnoota

128

Finfinnee, Bitootessa 20/2013(TOI)- Firiin qormaata Kutaa 12ffaa kan bara kana har'a yookan bor ifa akka ta'u ministirri barnoota dooktar Injineer Getaahuun Makuraa himan.

Ministirichi akka toora miidiyaa hawaasaa tiwuteer isaanii irratti himanitti qormaanni kutaa 12ffaa kan bara kana sirreeffamee xummuramera.

Kaneen qormaata kana qoramanis firii isaa argachuuf har'a ykn bor 8181 irratti akka eeggatan jedhaniru.

Qoramaanni kun torban 2 keessaatti sirreeffamee xummuramuun isaa milka'ina birootis jedhaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015