Obbo Sibaat Naggaa, Dooktar Addisaalam Ballamaa, Ambaasadar Abbay Walduu fi shakkomtoonni biroon isaan waliin himataman dhaadacha mana murtiitti dhiyaataniru.

77

Finfinnee,Bitootessa 13/2013 (TOI)- Obbo Sibaat Naggaa, Dooktar Addisaalam Ballamaa, Ambaasadar Abbay Walduu fi shakkomtoonni biroon isaan waliin himataman dhaadacha mana murtiitti dhiyaataniru.

Shakkamtoota kana mana murtiitti kan dhiheessee mana amalaa sirreessa Finfinnee yoo ta'u mana murtii sadarkaa dura federaalaa dhaadacha ramaddii 'Araadatidha' dhiyaatan.

Shakkamtoonni kun dhaadacha mana murtitti kan dhiyaataniif beellama manni murtii raqaa qorannoo dura abbaan alangaa dhiheessu dhaga'ufi kanaan dura beellamenidha.

Abbaan alangaa torbaan darbee ragaa 50 dhiheesuuf qopha'uu isaa himee ture.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015