Ambaasaaddar Yibalxaal eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Ambaasaaddar Yibalxaal eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan waliin mari’atan
44
Finfinnee, Bitootessa 6/2013 (TOI) – Sudaanitti Ambaasaaddarri guutuun Itoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan Ibraahiim Abdallaa waliin mari’ataniiru.
Dhimma Godaantoota Itoophiyaa Sudaanitti argamanii fi deeggarsa namoomaa lammiilee kanneeniif taasiifamaa jiru ilaalchisee marii taasiisaniiru.
Haala lammiileen kunneen fedhii isaaniin gara biyyaatti deebi’uu danda’anurratti mari’achuu isaanii Ambaasaaddar Yibalxaal ibsaniiru.