
Finfinnee, Bitootessa 1/2013 (TOI) – .
Haala waqtaawaa naannoo Tigraayii fi dhimma deeggarsa namoomaa naannichaarratti marii taasiisaniiru.
Dhimmoota waloo naannawaa fi idil addunyaarrattis mari’achuu isaanii Ambaasaaddar Taayyeen ibsaniiru.
Biyyoonni lamaan tumsaa fi hariiroo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin qaban caalmaatti cimsuuf walii galaniiru jedhame.