Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera.

98

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (TOI) - Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera.

Qormaanni biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2012 har’aa eegalee hanga Bitootessa 2, 2013tti ni laatama jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015