Talaalliin Covid-19 guyyaa har'aa gara biyya galuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

51

Finfinnee,Gurraandhala 28/2013(TOI)- Talaalliin Covid-19 guyyaa har'aa gara biyya galuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Talaalliin har'a biyya gale miiliyoona 2.2 yoo tau; tatamsa’ina vaayirasii koroonaa hir'isuu keessatti gahee olaanaa qabas jedhameera.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa talaalliin kun namoota baay'ee dhibichaaf saaxilamoo ta'aniif akka kennamu ibsanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015