Jiraattoonni naannoo Tigraay Gurraandhala 29 hanga Bitooteessa 10, 2013tti Birrii moofaa guutuummaa guutuutti akka jijjiirraan Baankii Biyyoolessaa Itoophiyaa yaadachiise.

108

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (TOI)- Jiraattoonni naannoo Tigraay Gurraandhala 29 hanga Bitooteessa 10, 2013tti Birrii moofaa guutuummaa guutuutti akka jijjiirraan Baankii Biyyoolessaa Itoophiyaa yaadachiise.

Naannoo Tigraayiin alatti guutuu biyyattitti hojiin Birrii moofaa haaraan jijjiiruu milkiin xumuramuu baankichi ibseera.

Naannichaatti duula olaantummaa seeraa kabachiisutin jijjiirraan noottii haara gufachuu ibsameera.

Kana yaada keessaa galchuunis namoonni Birrii moofaa kuma 100 gadii qaban akka jijjiirraniif guyyoonni dabalataa 14 laatamee akka turee baankichi ibsera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015