Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ gabaarra oole

281

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (TOI) – Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ gabaarra oole

Kitaabni Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreeffamee ‘Daandii Ida’amuu’ har’arraa eegalee gabaarra oolu ibsameera.

Kitaabichi Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan kan qophaa’edha.