Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti ‘’Injifannoo Adwaa Faajji Tokkummaa Sabdaneessummaa’’ dhaadannoo jedhuun Hoteela Sharaatanitti kabajamaa jira.

66

Finfinnee, Gurraandhala 22/2013 (TOI) – Fooramiin Injifannoo Adwaa Waggaa 125ffaan sadarkaa Naannoo Oromiyaatti ‘’Injifannoo Adwaa Faajji Tokkummaa Sabdaneessummaa’’ dhaadannoo jedhuun Hoteela Sharaatanitti kabajamaa jira.

Fooramii kanaratti, Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Ministira Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaaw dabalate Abbootiin Gadaa, Haadhooli Sinqee akkasumas keessumoonni afeeraman argamaniiru.

Akka OBN gabaasetti, Fooramichi yaadanno sammuu taasisuuun ifatti eegaleera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015