Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise - ENA Afaan Oromoo
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise
59
Finfinnee, Gurraandhala 19/2013 (TOI)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasisuu beeksise.
Bulchiinsi magaalichaa hojii qabeenyaa dabalataa walitti qabu eegaluu ibseera.
Kan qabeenyicha walitti qabus koree dhaabbii hundeessuun gara hojiitti galchuu ibsameera.