Pirezedaantin FDRI Saahilawarqi Zawudee Ambaasaaddaroota biyyoota gara garaatti muudamaniif qajeelfama hojii kennaan.

50

Finfinnee, Gurraandhala 18/2013(TOI)- Pirezedaantin FDRI Saahilawarqi Zawudee Ambaasaaddaroota biyyoota gara garaatti muudamaniif qajeelfama hojii kennaan.

Sirna kanarratti kan argaman itti aanaa muummicha ministira fi ministirri dhimma alaa Obboo Dammaqaa Mokoniin amabaasadaroonni kunneen biyyaa keenyaa fi biyya itti mudaaman jidduutti waliigalteen gaariin kan kana duraa caalaa akka cimuu hojjechuu qabdu jedhaniru.

Ambaasadaroota muudamanis Pirezidantiin mana murtii waliigalaa aaddee Maazaa Ashanaafii waadaa galchisiisaniru.

Maddi:- Minsteera dhimma alaa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015