Killee biyya alaa irraa galchuuf waliigalteen mallatteffamee hin jiru jedhe Ministeerri Qonnaa .

61

Finfinnee, Gurraandhala 18/2013-Killee biyya alaa irraa galchuuf waliigalteen mallatteffamee hin jiru jedhe Ministeerri Qonnaa .


Odeeffannoon miidiyaaleen Itoophiyaan biyya Yukireen irraa killee galchuuf jedhamee odeeffamuu dhugaa irra kan fagatee ta'uus Ministeerichi beekiseera.


Karaa Minsteera qonnaan ta'ee minsteera daldalaan waliigalteen Yuukireen irraas ta'ee biyyaa biroo waliin Killee galchuuf mallata'ee hin jirus jedhera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015