Magaalaa Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegaleera. - ENA Afaan Oromoo
Magaalaa Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegaleera.
63
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (TOI)- Magaalaa Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegaleera.
Miidhaan Bu’uraalee misoomaa humna elektirikaarratti qaqqabee suphamuuni tajaajila akka laatuu kan taasifamees jedhamera
Gurraandhala 9 irraa jalqabee hangaa har'atti magaalichatti tajaajilli elektirkaa addaa citee ture.
Magaaloonni biroonis deebisanii tajaajila elektirkaa irraa citee jiru akka argataniif hojjetamaa kan jiru yoo ta'u yeroo dhihootti tajaajila akka argataan odeeffannoon Tajaajilli Oduu Itoophiyaa argate ni agarsiisa.