Paartiin Badhaadhinaa Mallattoo fi maanfeestoosaa Magaalaa Arbaa Mincitti beeksifataa jira.

43

Finfinnee,Gurraandhala 17/2013(TOI)-Paartiin Badhaadhinaa Mallattoo fi maanfeestoosaa Magaalaa Arbaa Mincitti beeksifataa jira.

Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Sirna sagantaa Arbaa Mallattoo fi maanfeestoosaasaa Magaalaa Arbaa Mincitti gaggeessaa jira.

Sirna kanarratti Af-Yaa'iin Mana maree bakka bu'oota Uummataa Obbo Taagagsaa Caafoo,Pirezedaantii Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaawu dabalatee hoggantoonni Federaalaa, akkasumas Hoggantoonni olaanoo fi giddu galeessaa Naannoo Kibbaa argamaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015