Jilli ministira muummee Dooktar Abiy Ahimadiin durfamuu hojiiwwan bu'ura misoomaa jalqabsiisuuf Danbidoolloo gale

45

Finfinnee,Gurraandhala,7/2013(TOI)-Jilli ministira muummee Dooktar Abiy Ahimadiin durfamuu hojiiwwan bu'ura misoomaa jalqabsiisuuf Danbidoolloo gale.


Itti aanaan ministira muummee obbo Dammaqaa Mokoniin, Giifti duree Zinaash Taayyaachoowufi pireezidantii mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa sirna bu'uraalee misoomaa jalqabsiisuu kana irratti argamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015