Zayitii jarikaanni mil. 2 seeran ala kufamee to'atame

56

Finfinnee,Gurraandhala 06/2013(TOI) - Magaalaa Finfinneetti zaayitiin nyaata paalmii jedhamu Jaarkaanni miiliyoona 2 karaa seeran alaan kuufamee ture to’annoo jala ooluu poolisiin beeksise.

Zaayitiin kunis magaalaa Finfinnee Naannoo Jamootti karaa seeran alaa kuufamaa turetu qabamuu himameera.

Zaayitii karaa seeraan alaa kuufamaa ture to’atamuu kan danda’ees hojii Poolisiin Federaalaafi kutaan bulchiinsa Magaalaa Laaftoo waliin ta’uun hojjetamuu himameera.

Eeruu uummaanni kenne irratti hundaa’uun hordoofii torban lama keessatti kuufamni Zaayit kun to’atameera jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015