Naannoo Tigiraayi aanaalee 36 tti buufataalee 92 irraa deeggarsi nanoomaa ariifachiisaan taasifamaa jiraachuu Ministeerri nageenyaa beeksise.

72

Finfinnee,Gurraandhala 4/2013(TOI)-Naannoo Tigiraayi aanaalee 36 tti buufataalee 92 irraa deeggarsi nanoomaa ariifachiisaan taasifamaa jiraachuu Ministeerri nageenyaa beeksise.

Mootummaan Itoophaa dhaabbilee deeggartootaa idil-addunyaafii biyya keessaa gara garaa 26 waliin ta’uun deeggarsa ariifachiisaa kana qaqqabsiisaa akka jirus himame.

Gargaarsi namoomaa kun 70% Mootummaan Itoophiyaa kan danda'ee yoo ta,u 30% deeggartoota misoomaafii dhaabbilee Miti mootummaa adda addaatiini.

Hanga ammaatti naannichatti lammiilleen miliyoona 2.7 deeggarsa kana fayyadamoo ta’anii jiru.Maddi:- Ministeera Nageenyaati

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015