Daarekatarri damee Afrikaa UNDP Ahuuna Iziyaakiiniwaan Maqalee galan. - ENA Afaan Oromoo
Daarekatarri damee Afrikaa UNDP Ahuuna Iziyaakiiniwaan Maqalee galan.
106
Finfnfinnee, Gurraandhala, 3/2013(TOI)- Daarekatarri damee Afrikaa Dhaabbata mootummota Gamtooomannitti Sagantaan misoomaa( UNDP) Ahuuna Iziyaakiiniwaan Maqalee galan.
Daarekarittiin Maqalee kan dhaqaniif hojii mootummaan naannicha deebisee dhabuuf hojjechaa jiru deeggaruuf daawwannaa taasisuuf akka dhaqan hiamniru.
Turti guyyaa tokkoo Maqalee turanittis hoggantoota bulchiinsa yeroo naannichaa waliin ni maryatuu jedhamera.
UNDP bulchiinsa yeroo kan naannichaaf konkolaatota 3fi meeshalee gargaraasaa biroo kennuufisaas himeera.