Jiraattoonni naannoo sidamaa fi Godinoota adda addaa jijjiirama Ministira Muummee dookri Abiyyi Ahimadii dhufe deeggaruun hiriira deeggarsaa bahan - ENA Afaan Oromoo
Jiraattoonni naannoo sidamaa fi Godinoota adda addaa jijjiirama Ministira Muummee dookri Abiyyi Ahimadii dhufe deeggaruun hiriira deeggarsaa bahan
68
Finfinnee,Gurraandhala 03/2013(TOI)-Jirattoonni naannoo Sidaamaa fi Godina Arbaamiincii jijjiirama Ministira Muummee dookri Abiyyi Ahimadii fi Paartii badhaadhinaan dhufe deeggaruun hiriira deeggarsaa bahan.
Jiratoonni hiriira kanarratti hirmaatanis Imala badhaadhinaa akka biyyaatti eeggalamees milkeessuuf gahe isaanii bahaachuuf qophii ta’uus himaniiru.
Haaluma walfakaatuun Jiraattonni godina Hadiyyaa jijjiirrama hunda galeessaa hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin dhuufeef hiriira deeggarsa bahaniiru.
Hiriira deeggarsa kanarratti jiraattonni godinocha fi magaalaa Hoosanaa walitti babba’aan Magaalaa Hosanaatti hiriricha irratti hirmaataa jiru.
Hiriirichaanis dhaadannoowwan garagaraa dhageessisaa jiru.