Pirezidaantiin Ripaabilika dimookiratawwaa Koongoo Feliiks Shisekaadii Finfinnee galan.

48

Finfinnee,Amajji,29/2013(TOI)-Pirezidaantiin Ripaabilika dimookiratawwaa Koongoo Feliiks Shisekaadii Finfinnee galan.

Pirezidaantichii yeroo inni buufata xiyyaara idil addunyaa Boolee gahuu Pirezidaantiin FDRI Sayileewariq Zawudee fi hoggantoonni mootummaa biroon simataniiru.

Pirezidaantichii pirezidaantii Afrikaa Kibbaa Sirli Ramaafoosaa irraa aangoo pirezidaantummaa Gamtaa Afirkaa fudhacuun pirezidaantii yeroo Afrikaa akka ta'an ni eegama.

Maddi:-Waajjira dubbi himaa waajjira Ministeera dhimma alaa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015