Dhaabbileen barnoota olaanoon har’a baratoota eebbisisaniiru.

92

Finfinnee, Amajjii ,29/2013 (TOI ) – Dhaabbileen barnoota olaanoon har’a baratoota eebbisisaniiru.

Haluma kanaan Yuunvarsiitiin Bahaar Dar, Dabaariq fi Waldaayaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan kuma 8 fi 674 eebbisiisaniiru..

Baay'inni baratoota Yuunivarsiitiin Bahaar Dar eebbisisee walii galaan kuma 5 fi 117 dha.Kanneen keessaas kuma 1 fi 623 jedhamera.

Yuunivarsiitiin Dabaarqis baratoota gosa ogummaa adda addaan barsiisaa ture digirii jalqabaan baratoota 773 yeroo jalqabaaf eebbisiiseera.

Kannee keessaas baratoonni 340 dubartootadha jedhamera.

Haaluma walfakkaatuun Yuunivarsiitiin Waldaayaas gosa ogummaa adda addaan digirii jalqabaan barsiisaa kan ture baratoota kuma 2 fi 785 eebbisiiseera.

Kanneen keessaas 926 dubartoota jedhamera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015