Ijaarsi hidha haaromsaa gidichaa haraka 78.3 gahuu ministirri Bishaan ,Jallisii fi Inarjii beeksisee.

126

Finfinnee,Amajji,28/2013 (TOI)-Ijaarsi hidha haaromsaa gidichaa haraka 78.3 gahuu ministirri Bishaan ,Jallisii fi Inarjii beeksisee.

Ministeerri bishaan, jallisii fi Inarjii dokatar Injineer Silashii Baqqalaa baatiwwan jahaan darbaanitti hidhaa haaroomsaa guddicha fi hojii ministirrichi hojjetee ilaalchisuun ibsa laataniru

Ibsa isaanii keesaatti hojiin siivilii hidha haaromsaa gudichaa haraka 91 gaheera jedhaniru.

Waliigalaan hojiin ijaarsa hidha haaroomsaa guddichaa harka 78.3 gahuus doktar Injineer Silashii Baqqalaa himaniru.

Ji'oota dhufanitti immoo hojii hidhicha bishaan guutuu marsaan 2ffaa ni hojjetama jedhaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015