Lammileen Itoophiyaa 341 Saawud arabiyaadhaa gara biyya isaanitti deebi'an.

47

Finfinnee, Amajji,22/2013(TOI)-Lammileen Itoophiyaa 341 Saawud arabiyaadhaa gara biyya isaanitti deebi'an.

Kanneen keessaa 76 daa'immani yoo ta'an 265 immo dubartoota.

Bakka bu'aan daarekter jeneraliin qonsilaa ministeera dhimma alaa buufata xayyaraa idil addunyaa Booleetti argamuun simannaa taasisuufi minsteerri dhimma alaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015