Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee Ministeera Fayyaa jalatti argaman qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa daawwataa jiru.

51

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (TOI) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee Ministeera Fayyaa jalatti argaman qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa daawwataa jiru.

Dhaabbileen qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa kun lammiilee balaa uumamaa fi namtolcheen hir’inni qaamaa isaanii muudateef qaama namtolchee fi deeggarsa qaamaa oomishuun kan dhiyeessuudha jedhame.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Dhaabbilee qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa kanneen daawwataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015