Galma wabii nyaata mirkaneef qonnaan bultoonni galateffataman

76

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (TOI) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad qonnaan Bultoota galma Wabii nyaataa biyya mirkaneessuuf, Damee qonnaa fi misooma Ashaaraa magariisaa milkeessuuf murannoon hirmaanaa taasiisaa jiraniif mufii malee halkanii guyyaa hojjechuun lammiilee biyyattii soorran galateeffataniiru.
.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015