Pireezdaanti Saahilawarq dubartoota ga'oomsuu fi deeggaruuf sagantaan eegalchiisan

75

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (TOI) – Pireezdaantiin FDRI Saahiwarq Zawdeen hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa filatamuun giddula leenjii hooggansaa Eelan Joonsan Sarliif sagantaa 'Amuja'ee' jajjabeessaniiru.

Giddi galichi hoggantoota dubartootaa biyyoota Afrikaa garaagaraa keessaa walitti babba'an leenjisuun durbartoota ga'oomsurratti hojjeta jedhame.

Pireezdaanti Saahilawarq dubartoota ga'oomsuu fi deeggaruuf sagantaan eegalchiisan leenjiin hoggansaa keessa jiraachuu Waajjirri Pireezdaantii yaadachiiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015