Jijjirramni shufe hundumaa kan hammatuu waan ta'eef walii deeggaruun biyya gara badhaadhinaatti ceesisuu barbaachisa jedha Kantibaan Ittaantuu Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee

47

Finfinnee,Amajjii 15, 2013 (TOI)–Jijjirramni shufe hundumaa kan hammatuu waan ta'eef walii deeggaruun biyya gara badhaadhinaatti ceesisuu barbaachisa jedha Kantibaan Ittaantuu Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Yaa’ii Gamtaa Amantilee Finfinneefi Mana Maree Nageenyaa waliin dhimmoota waaqtawaa nageenyaa magaalattii irratti mariyamera.

Nagaan kan jiraatuu rakkoo kaaleessa irra barachuun kan jedhan aadde Adaanech nageenya magaalaatti mirkanneessuuf hirmaannaan jiraattotaafi dhaabbilee amantii murteessaa ta’uus himaniiru.

Mariin dhimma kanarratti taasifame bu’aa qabeessa ta’uus ibsaniiru. .

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015