Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa jiru.

92

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (TOI ) - Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa jiru.

Giiftii Duree Zinaash wayita buufata xiyyaaraa Asoosaa ga’anitti pireezdaantii naannichaa obbo Ashaadilii Hasan dabalatee hooggantoonni olaanoon simannaa taasisaaniiru.

Manneen barnoota kunneen baasii Birrii miiliyoona 13.8 kan ijaaramanidha jedhamera.

Keessoo isaanitti gamoo bulchiinsaa, kutaalee barnootaa, kutaa laaboratoorii, mana kitaabaa, galma walgahii fi kanneen biroo ofkeessatti qabateera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015